Lakkoofsa 3:33, 34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Meraarii irraa kan dhufan maatii Maahlotaa fi maatii Muushotaa turan. Kanneen kun maatiiwwan Meraarii turan.+ 34 Dhiironni umuriin isaanii jiʼa tokkoo fi isaa ol taʼe, warri galmeeffaman walumaa galatti lakkoofsi isaanii 6,200 ture.+
33 Meraarii irraa kan dhufan maatii Maahlotaa fi maatii Muushotaa turan. Kanneen kun maatiiwwan Meraarii turan.+ 34 Dhiironni umuriin isaanii jiʼa tokkoo fi isaa ol taʼe, warri galmeeffaman walumaa galatti lakkoofsi isaanii 6,200 ture.+