LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 29:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Ishiin ammas ulfooftee ilma deesse; achiis, “Yihowaan akkan hin jaallatamne waan argeef, na dhagaʼee isa kanas naaf kenneera” jette. Achiis maqaa isaa Simiʼoon*+ jettee moggaaste.

  • Uumama 46:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ilmaan Simiʼoon+ Yemuʼel, Yaamiin, Ohaad, Yaakiin, Zohaarii fi Shaawul+ isa dubartii Kanaʼaan irraa dhalate sana turan.

  • Lakkoofsa 2:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Isatti aansuudhaan gosti Simiʼoon ni buufata; Shelumiʼel+ ilmi Zurishaadaay ajajaa ilmaan Simiʼooni. 13 Warri raayyaa waraanaa isaa keessatti galmeeffaman 59,300 turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi