Uumama 30:10, 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Tajaajiltuun Liyaa Zilfaanis Yaaqoobiif ilma ni deesse. 11 Yeroo kanatti Liyaan, “Maal carraa gaariin akkanaa!” jette. Kanaafuu, maqaa isaa Gaad*+ jettee moggaaste. Uumama 46:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Ilmaan Gaad,+ Zifiyoon, Haagii, Shuunii, Ezboon, Eerii, Aroodii fi Arʼelii turan.+ Lakkoofsa 2:14, 15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Itti aansuudhaan gosti Gaad ni buufata; Eliyaasaaf+ ilmi Rewuʼel ajajaa ilmaan Gaadi. 15 Warri raayyaa waraanaa isaa keessatti galmeeffaman 45,650 turan.+
10 Tajaajiltuun Liyaa Zilfaanis Yaaqoobiif ilma ni deesse. 11 Yeroo kanatti Liyaan, “Maal carraa gaariin akkanaa!” jette. Kanaafuu, maqaa isaa Gaad*+ jettee moggaaste.
14 Itti aansuudhaan gosti Gaad ni buufata; Eliyaasaaf+ ilmi Rewuʼel ajajaa ilmaan Gaadi. 15 Warri raayyaa waraanaa isaa keessatti galmeeffaman 45,650 turan.+