-
Leewwota 5:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Wantoota kanas gara lubichaatti ni fida; lubichis jalqaba isa aarsaa cubbuutiif dhihaatu sana fidee guutummaatti utuu irraa hin kutin karaa fuulduraatiin morma isaa irraa hamma tokko ni kuta.
-