-
Lakkoofsa 6:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 “‘Bara Naazricha taʼee jiraachuuf wareege hundumaatti haadduun mataa isaa hin tuqin.+ Barri inni Yihowaadhaaf adda itti baafame hamma xumuramutti rifeensi mataa isaa akka guddatu gochuudhaan qulqulluu taʼee haa jiraatu.
-