LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 30:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Waaqayyos kadhannaa Liyaa dhagaʼee deebii ishiidhaaf kenne; ishiinis ni ulfoofte; boodas Yaaqoobiif ilma shanaffaa ni deesse. 18 Achiis Liyaan, “Ani tajaajiltuu koo abbaa manaa kootiif waanan kenneef, Waaqayyo mindaa koo naaf kaffale” jette. Kanaafuu, maqaa isaa Yisaakor*+ jettee moggaaste.

  • Uumama 46:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ilmaan Yisaakor, Tolaa, Puuwaa, Yoobii fi Shimroon turan.+

  • Lakkoofsa 2:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Isatti aansuudhaan gosti Yisaakor ni buufata; Naataaniʼel+ ilmi Zuʼaar ajajaa ilmaan Yisaakori. 6 Warri raayyaa waraanaa isaa keessatti galmeeffaman 54,400 turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi