-
Ruut 2:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Boʼaazis yeruma sana Beetaliheemii dhufee warra midhaan haaman sanaan, “Yihowaan isinii wajjin haa taʼu” jedhe. Isaanis, “Yihowaan si haa eebbisu” jedhanii isaaf deebisan.
-
-
Faarfannaa 134:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Yihowaan inni samii fi lafa tolche,
Xiyoon keessaa si haa eebbisu.
-