Faarfannaa Ol Baʼuu.
134 Isin tajaajiltoonni Yihowaa hundi,+
Isin warri halkan mana Yihowaa keessa dhaabbattan,
Yihowaa jajadhaa.+
2 Qulqullummaadhaan harka keessan ol kaasaa,+
Yihowaas jajadhaa.
3 Yihowaan inni samii fi lafa tolche,
Xiyoon keessaa si haa eebbisu.