LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 43:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Ol jedhee obboleessa isaa Biiniyaam isa ilma haadha isaa+ taʼe sana ilaalee, “Kun obboleessa keessan isa quxisuu isa waaʼee isaa natti himtan sanaa?” isaaniin jedhe.+ Itti dabaluudhaanis, “Yaa ilma koo, Waaqayyo gaarummaa isaa sitti haa argisiisu” jedhe.

  • Uumama 46:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Ilmaan Biiniyaam,+ Beelaa, Bekeer, Ashbeel, Geeraa,+ Naʼamaan, Eehii, Roosh, Muuphiim, Hufiimii+ fi Ardii+ turan.

  • Lakkoofsa 2:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Itti aansuudhaan gosti Biiniyaam ni buufata; Abidaan+ ilmi Giidewonii ajajaa ilmaan Biiniyaami. 23 Warri raayyaa waraanaa isaa keessatti galmeeffaman 35,400 turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi