Lakkoofsa 1:4, 5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Tokkoon tokkoon gosaa keessaa nama tokko fudhadhaa deemaa; tokkoon tokkoon isaaniis dura buutota manneen abbootii isaanii haa taʼan.+ 5 Maqaan namoota isinii wajjin dhaabbatanii kanneen kana dha: gosa Ruuben keessaa Elizuur+ ilma Shedeʼur,
4 “Tokkoon tokkoon gosaa keessaa nama tokko fudhadhaa deemaa; tokkoon tokkoon isaaniis dura buutota manneen abbootii isaanii haa taʼan.+ 5 Maqaan namoota isinii wajjin dhaabbatanii kanneen kana dha: gosa Ruuben keessaa Elizuur+ ilma Shedeʼur,