Uumama 29:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Ishiin ammas ulfooftee ilma deesse; achiis, “Ani ilmaan sadii waanan isaaf daʼeef, amma abbaan manaa koo caalaatti natti dhihaata” jette. Kanaafuu, maqaan isaa Leewwii*+ jedhamee moggaafame. Uumama 46:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ilmaan Leewwii,+ Geershon, Qehaatii fi Meraarii turan.+ Lakkoofsa 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Kunoo, ani Israaʼelota keessaa bakka angafoota Israaʼelotaa hundumaa* Leewwota nan fudhadha;+ Leewwonni kan koo ni taʼu.
34 Ishiin ammas ulfooftee ilma deesse; achiis, “Ani ilmaan sadii waanan isaaf daʼeef, amma abbaan manaa koo caalaatti natti dhihaata” jette. Kanaafuu, maqaan isaa Leewwii*+ jedhamee moggaafame.
12 “Kunoo, ani Israaʼelota keessaa bakka angafoota Israaʼelotaa hundumaa* Leewwota nan fudhadha;+ Leewwonni kan koo ni taʼu.