-
Leewwota 16:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Namni isaan gubu uffata isaa miiccachuu fi qaama isaa bishaaniin dhiqachuu qaba; sana booda gara buufatichaatti seenuu dandaʼa.
-
-
Lakkoofsa 19:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Achiis lubichi uffata isaa ni miiccata; qaama* isaas bishaaniin ni dhiqata; sana booda inni gara buufatichaatti seenuu ni dandaʼa; haa taʼu malee, inni hamma galgalaatti xuraaʼaa ni taʼa.
-