-
Lakkoofsa 3:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Ati Leewwota Aaronii fi ilmaan isaatiif ni kennita. Isaan kan kennaman, jechuunis Israaʼelota keessaa isaaf kan kennamani dha.+
-
-
1 Seenaa Baraa 23:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Kana malees, isaan dunkaana walgaʼii, iddoo qulqulluu fi ilmaan Aaron warra mana Yihowaa keessatti tajaajilanii fi obboloota isaanii taʼan ilaalchisee itti gaafatamummaa qaban ni raawwatu turan.
-
-
Hisqiʼel 44:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Isaan karrawwan mana qulqullummaa ol aantummaadhaan toʼachuu+ fi mana qulqullummaa koo keessatti tajaajiluuf, iddoo qulqulluu koo keessatti tajaajiltoota ni taʼu. Horii aarsaa guutummaatti gubamuu fi horii aarsaa sabichaa ni qalu; isaan tajaajiluufis sabicha dura ni dhaabbatu.
-