LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 1:53
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 53 Yaaʼii Israaʼel irratti dheekkamsi akka hin dhufneef,+ Leewwonni godoo qulqulluu Dhugaa Baatuu sanatti marsanii haa buufatan; isaan godoo qulqulluu Dhugaa Baatuu sana kunuunsuuf* itti gaafatamummaa qabu.”+

  • Lakkoofsa 18:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Dheekkamsi dabalataa+ saba Israaʼel irratti akka hin dhufneef, isin iddoo qulqulluu+ fi iddoo aarsaa+ ilaalchisee itti gaafatamummaa qabdan raawwadhaa.

  • 1 Saamuʼel 6:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Haa taʼu malee, namoonni Beet Sheemesh Taabota Yihowaa waan ilaalaniif Waaqayyo isaan rukute. Inni isaan gidduudhaa namoota 50,070* rukute; Yihowaan namoota hedduu waan isaan jalaa fixeef namoonni sun booʼuu jalqaban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi