LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 8:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 “Seerri Leewwotaaf hojjetu kana dha: Namni umuriin isaa waggaa 25 fi isaa ol taʼe, garee warra tajaajila dunkaana walgaʼii keessatti hirmaatanitti ni makama.

  • Lakkoofsa 18:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Isaan sii wajjin akka taʼaniif, akkasumas dunkaana Dhugaa Baatuu sana duratti+ sii fi ilmaan kee akka tajaajilaniif,+ obboloota kee warra gosa Leewwii, jechuunis gosa abbootii keetii taʼan dhiheessi. 3 Isaan sii fi guutummaa dunkaanichaatiif itti gaafatamummaa qaban ni raawwatu.+ Haa taʼu malee, isaanis taʼan isin akka hin duuneef, isaan gara miʼawwan iddoo qulqulluuttii fi iddoo aarsaatti dhihaachuu hin qaban.+

  • 1 Seenaa Baraa 23:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Kana malees, isaan dunkaana walgaʼii, iddoo qulqulluu fi ilmaan Aaron warra mana Yihowaa keessatti tajaajilanii fi obboloota isaanii taʼan ilaalchisee itti gaafatamummaa qaban ni raawwatu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi