-
Lakkoofsa 8:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Sana booda Leewwonni dunkaana walgaʼii keessatti Aaronii fi ilmaan isaa duratti tajaajila isaanii raawwachuuf gara keessaatti ni seenan. Isaan wantuma Yihowaan Leewwota ilaalchisee Musee ajaje ni raawwatan.
-