LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 1:53
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 53 Yaaʼii Israaʼel irratti dheekkamsi akka hin dhufneef,+ Leewwonni godoo qulqulluu Dhugaa Baatuu sanatti marsanii haa buufatan; isaan godoo qulqulluu Dhugaa Baatuu sana kunuunsuuf* itti gaafatamummaa qabu.”+

  • Lakkoofsa 3:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Gosa Leewwii+ gara fuulduraatti dhiheessiitii Aaron lubicha dura isaan dhaabbachiisi; isaanis isa ni tajaajilu.+

  • Lakkoofsa 4:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Tajaajilli ilmaan Qehaat dunkaana walgaʼii keessatti raawwatan kana dha.+ Kun hundumaa caalaa qulqulluu dha.

  • Keessa Deebii 10:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “Akkuma hamma harʼaatti gochaa jiranitti, taabota kakuu Yihowaa akka baataniif,+ isa tajaajiluuf Yihowaa dura akka dhaabbatanii fi maqaa isaatiin akka eebbisaniif+ yeroo sanatti Yihowaan gosa Leewwii adda ni baase.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi