- 
	                        
            
            Lakkoofsa 6:23-27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
23 “Akkana jedhii Aaronii fi ilmaan isaatti himi: ‘Akka kanaan saba Israaʼel eebbisaa.+ Akkana isaaniin jedhaa:
24 “Yihowaan si haa eebbisu,+ si haa eegus.
25 Yihowaan fuula isaa siif haa ibsu,+ isa birattis fudhatama argadhu.
26 Yihowaan fuula isaa gara keetti haa deebisu, nagaas siif haa kennu.”’+
27 Akkan isaan eebbisuufis+ isaan maqaa koo saba Israaʼel irra haa kaaʼan.”+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            2 Seenaa Baraa 30:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
27 Dhuma irrattis, Leewwonni luboota taʼan kaʼanii uummaticha eebbisan;+ Waaqayyos sagalee isaanii ni dhagaʼe; kadhannaan isaaniis bakka jireenyaa isaa isa qulqulluu, jechuunis samii ni gaʼe.
 
 -