Keessa Deebii 28:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Namoonni lafa irraa hundi ati maqaa Yihowaatiin akka waamamte ni argu,+ si sodaatus.+ Isaayyaas 43:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Hundi isaanii iyyuu maqaa kootiin kan waamaman,+Warran ulfina kootiif uume,Warran tolchee fi warran uume dha.’+ Isaayyaas 43:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaan akkana jedha: “Isin dhugaa baatota koo ti,+Eeyyee, tajaajilaa koo isan filadhe dha;+Kunis, isin akka beektanii fi akka natti amantaniif,*Ani isuma taʼuu koos akka hubattaniifi.+ Ana dura Waaqni hin tolfamne,Ana boodas hin jiru.+
7 Hundi isaanii iyyuu maqaa kootiin kan waamaman,+Warran ulfina kootiif uume,Warran tolchee fi warran uume dha.’+
10 Yihowaan akkana jedha: “Isin dhugaa baatota koo ti,+Eeyyee, tajaajilaa koo isan filadhe dha;+Kunis, isin akka beektanii fi akka natti amantaniif,*Ani isuma taʼuu koos akka hubattaniifi.+ Ana dura Waaqni hin tolfamne,Ana boodas hin jiru.+