Isaayyaas 43:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaan akkana jedha: “Isin dhugaa baatota koo ti,+Eeyyee, tajaajilaa koo isan filadhe dha;+Kunis, isin akka beektanii fi akka natti amantaniif,*Ani isuma taʼuu koos akka hubattaniifi.+ Ana dura Waaqni hin tolfamne,Ana boodas hin jiru.+ Daaniʼel 9:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yaa Yihowaa, dhagaʼi. Yaa Yihowaa, dhiifama nuuf godhi.+ Yaa Yihowaa, xiyyeeffannaa nuuf kenni, tarkaanfiis fudhadhu! Yaa Waaqa koo, ofii keetiif jedhiitii hin turin; sababiin isaas, magaalaan kee fi sabni kee maqaa keetiin waamamaniiru.”+ Hojii Ergamootaa 15:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 kanas kanan godhu, namoonni hafan namoota saboota hundumaa keessaa dhufan, jechuunis warra maqaa kootiin waamamanii wajjin taʼanii garaa guutuudhaan Yihowaa* akka barbaaddataniifi, jechuudhaan Yihowaan* inni wantoota kana raawwate dubbateera;+
10 Yihowaan akkana jedha: “Isin dhugaa baatota koo ti,+Eeyyee, tajaajilaa koo isan filadhe dha;+Kunis, isin akka beektanii fi akka natti amantaniif,*Ani isuma taʼuu koos akka hubattaniifi.+ Ana dura Waaqni hin tolfamne,Ana boodas hin jiru.+
19 Yaa Yihowaa, dhagaʼi. Yaa Yihowaa, dhiifama nuuf godhi.+ Yaa Yihowaa, xiyyeeffannaa nuuf kenni, tarkaanfiis fudhadhu! Yaa Waaqa koo, ofii keetiif jedhiitii hin turin; sababiin isaas, magaalaan kee fi sabni kee maqaa keetiin waamamaniiru.”+
17 kanas kanan godhu, namoonni hafan namoota saboota hundumaa keessaa dhufan, jechuunis warra maqaa kootiin waamamanii wajjin taʼanii garaa guutuudhaan Yihowaa* akka barbaaddataniifi, jechuudhaan Yihowaan* inni wantoota kana raawwate dubbateera;+