-
Isaayyaas 63:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Sabni kee inni qulqulluun yeroo muraasaaf biyyattii dhaalee ture.
Diinonni keenya iddoo qulqulluu kee ni dhidhiitan.+
19 Nutis yeroo dheeraadhaaf akkuma warra ati matumaa bulchitee hin beeknee,
Akkuma warra matumaa maqaa keetiin waamamanii hin beeknee taane.
-
-
Ermiyaas 14:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Ati akka nama naʼee,
Akka nama jabaa isa oolchuu hin dandeenyees kan taate maaliifi?
Nu hin dhiisin.
-