-
Lakkoofsa 6:23-26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 “Akkana jedhii Aaronii fi ilmaan isaatti himi: ‘Akka kanaan saba Israaʼel eebbisaa.+ Akkana isaaniin jedhaa:
24 “Yihowaan si haa eebbisu,+ si haa eegus.
25 Yihowaan fuula isaa siif haa ibsu,+ isa birattis fudhatama argadhu.
26 Yihowaan fuula isaa gara keetti haa deebisu, nagaas siif haa kennu.”’+
-