LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 3:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Itti gaafatamummaan ilmaan Geershon+ dunkaana walgaʼii keessatti qaban, godoo qulqulluu fi dunkaana+ isaa, wanta isa irraan uwwifamuu+ fi golgaa+ balbala dunkaana walgaʼii, 26 golgaawwan mooraa isaa,+ golgaa+ karra mooraa isa godoo qulqulluuttii fi iddoo aarsaatti marsee jiruu fi funyoowwan dunkaanaa kunuunsuu, akkasumas tajaajila wantoota kanaa wajjin wal qabate hundumaa raawwachuu ture.

  • Lakkoofsa 3:30, 31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Ajajaan mana abbootii maatiiwwan Qehaatotaa Elizaafaan ilma Uuziʼel+ ture. 31 Itti gaafatamummaan isaanii Taaboticha,+ minjaalicha,+ baattuu ibsaa,+ iddoowwan aarsaa,+ miʼawwan+ iddoo qulqulluu keessatti tajaajiluuf oolanii fi golgicha+ kunuunsuu, akkasumas tajaajila wantoota kanaa wajjin wal qabatan hundumaa raawwachuu ture.+

  • Lakkoofsa 3:36, 37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Itti gaafatamummaan ilmaan Meraarii qaban maqaaniiwwan+ godoo qulqulluu, danqaraawwan+ isaa, utubaawwan+ isaa, miiloowwan isaa warra uraa qabanii fi miʼawwan isaa hundumaa+ toʼachuu, akkasumas tajaajila wantoota kanaa wajjin wal qabate hundumaa raawwachuu ture;+ 37 kana malees, utubaawwan mooraa sanatti marsanii jiran hundumaa fi miiloowwan isaanii warra uraa qaban,+ qofoowwan dunkaanaa isaanii fi funyoowwan dunkaanaa isaanii toʼachuu ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi