LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 4:31, 32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Tajaajila isaanii isa dunkaana walgaʼii wajjin haala wal qabateen wanti isaan baachuuf itti gaafatamummaa qaban kana dha:+ maqaaniiwwan+ godoo qulqulluu, danqaraawwan+ isaa, utubaawwan+ isaa, miiloowwan isaa warra uraa qaban,+ 32 utubaawwan+ mooraa sanatti marsanii jiran, miiloowwan isaanii warra uraa qaban,+ qofoowwan dunkaanaa+ isaanii, funyoowwan dunkaanaa isaanii fi miʼawwan isaanii hundumaa, akkasumas wantoota tajaajila kanaa wajjin wal qabatan hundumaa. Miʼawwan isaan baachuuf itti gaafatamummaa qaban maqaa isaaniitiin isaaniif ramadaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi