-
Baʼuu 38:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Wantoonni miiloowwan uraa qabanii fi iddoo qulqulluu sanaaf oolan, akkasumas miiloowwan uraa qabanii fi golgaa sanaaf oolan ittiin tolchuuf baqfaman taalaantii 100 turan; miiloowwan uraa qaban 100 taalaantii 100 wajjin qixxee yeroo taʼan, tokkoon tokkoon miiloo uraa qabu sanaa taalaantii tokko ture.+
-