36 Itti gaafatamummaan ilmaan Meraarii qaban maqaaniiwwan+ godoo qulqulluu, danqaraawwan+ isaa, utubaawwan+ isaa, miiloowwan isaa warra uraa qabanii fi miʼawwan isaa hundumaa+ toʼachuu, akkasumas tajaajila wantoota kanaa wajjin wal qabate hundumaa raawwachuu ture;+