LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 26:19-21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “Meetii irraa miiloowwan uraa qabanii+ fi maqaaniiwwan 20 sana jala oolan 40 ni tolchita; muchawwan maqaanii tokko jala jiran lamaaniif miiloowwan uraa qaban lama, muchawwan maqaaniiwwan itti aanan jala jiran kaaniifis muchawwan lama lamaaf miiloowwan uraa qaban lama lama ni tolchita.+ 20 Karaa kaaba godoo qulqulluutiif maqaaniiwwan 20, 21 akkasumas miiloowwan isaanii warra uraa qaban 40 meetii irraa ni tolchita; maqaanii tokko jalatti miiloowwan uraa qaban lama, tokkoon tokkoon maqaaniiwwan itti aanan kaan jalattis miiloowwan uraa qaban lama lama ni tolchita.

  • Baʼuu 26:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Maqaaniiwwan saddeet, akkasumas miiloowwan isaanii warri uraa qabanii fi meetii irraa tolfaman 16, maqaanii tokko jalatti miiloowwan uraa qaban lama, tokkoon tokkoon maqaaniiwwan itti aanan kaan jalattis miiloowwan uraa qaban lama lama ni jiraatu.

  • Baʼuu 26:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Isas utubaawwan muka laaftoo warqii uwwifaman afur irratti fannista. Hookkoowwan isaanii warqii irraa haa tolfaman. Utubaawwan sun miiloowwan uraa qabanii fi meetii irraa tolfaman afur irra haa dhaabaman.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi