-
Baʼuu 12:46Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 Hoolichi manuma tokko keessatti nyaatamuu qaba. Foonicha keessaa isa kam iyyuu manicha keessaa baasuu hin qabdan; lafee isaa keessaas isa kam iyyuu cabsuu hin qabdan.+
-