LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 9:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Isa irraa wanta akkamii iyyuu hamma ganamaatti hambisuu+ fi lafee isaa isa kam iyyuu cabsuu hin qaban.+ Akka dambii Faasikaa ilaalchisee kenname hundumaatti isa haa qopheessan.

  • Faarfannaa 34:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Rakkinni nama qajeelaa hedduu dha,+

      Yihowaan garuu hunduma isaa jalaa isa ni oolcha.+

      ש [Shiin]

      20 Inni lafeewwan isaa hundumaa ni eega;

      Isaan keessaa tokko illee hin cabne.+

  • Yohaannis 19:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Yommuu gara Yesuus dhufan garuu, inni dursee duʼuu isaa waan arganiif miila isaa hin cabsine.

  • Yohaannis 19:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Wantoonni kun kan taʼan, wanti Kitaabonni Qulqulluun, “Lafeen isaa tokko illee hin cabu” jedhanii dubbatan akka raawwatamuufi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi