LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 1:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Isaanis namoonni umuriin isaanii waggaa 20 fi isaa ol taʼan+ tokkoon tokkoon isaanii maqaa maqaa isaaniitiin, maatii maatii isaaniitiinii fi manneen abbootii isaaniitiin dhuunfaatti akka galmeeffamaniif, jiʼa lammaffaatti jiʼicha keessaas guyyaa isa jalqabaatti guutummaa yaaʼichaa walitti ni qaban;

  • Keessa Deebii 29:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “Harʼa hundi keessan Waaqa keessan Yihowaa dura dhaabbattaniittu; dura buutonni gosoota keessanii, jaarsoliin keessan, geggeessitoonni keessan, dhiironni Israaʼel hundi, 11 ijoolleen keessan, haadhotiin manaa keessan,+ akkasumas namni biyya ormaa+ buufata keessan gidduu jiru, inni qoraan isiniif funaanus taʼe bishaan isiniif waraabu isa dura dhaabbataniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi