LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 31:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis Museen tokkoon tokkoon gosaa keessaa namoota 1,000 gara raayyaa waraanaatti ni erge; isaanii wajjinis raayyaa waraanaa sanaaf Finahaas+ ilma Eleʼazaar lubichaa isa miʼawwan qulqulluu fi malakata+ waraanaa harka isaatti qabate sana ni erge.

  • 1 Seenaa Baraa 15:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Luboota kan taʼan Shebaaniyaan, Yoshaafaax, Naataaniʼel, Amaasaay, Zakkaariyaas, Benaayaanii fi Eliiʼezar Taabota Waaqa dhugaa duratti guddisanii malakata afuufu turan;+ Obeed Edoomii fi Yehiyaanis Taaboticha eeguudhaan tajaajilu turan.

  • 1 Seenaa Baraa 16:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Benaayaa fi Yaahaaziʼel warri luboota taʼan taabota kakuu Waaqa dhugaa duratti yeroo hunda malakata afuufu turan.

  • 2 Seenaa Baraa 29:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Kanaafuu, Leewwonni meeshaawwan muuziqaa Daawit, luboonni immoo malakata+ qabatanii dhaabbatan.

  • Nahimiyaa 12:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Ilmaan lubootaa malakata qabatan+ tokko tokkos isaanii wajjin jiru turan; isaaniis, Zakkaariyaas ilma Yonaataan, ilma Shemaayaa, ilma Maataaniyaa, ilma Mikaayaa, ilma Zaakur, ilma Asaaf,+

  • Nahimiyaa 12:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 akkasumas luboota kan taʼan Eliyaaqiim, Maaʼaaseyaan, Miniyaamin, Mikaayaan, Eliyoʼenaay, Zakkaariyaasii fi Hanaaniyaan warri malakata qabatan,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi