-
Lakkoofsa 1:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 “Tokkoon tokkoon gosaa keessaa nama tokko fudhadhaa deemaa; tokkoon tokkoon isaaniis dura buutota manneen abbootii isaanii haa taʼan.+
-
-
Lakkoofsa 1:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 gosa Niftaalem keessaa immoo Ahiiraa+ ilma Enaan.
-
-
Lakkoofsa 2:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Isatti aansuudhaan gosti Asheer ni buufata; Ahiiraan+ ilmi Enaan ajajaa ilmaan Niftaalemi.
-