Abbootii Murtii 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Sanyiin Qeenicha+ isa abbiyyuu*+ Musee taʼe sanaa namoota Yihudaa wajjin magaalaa mukeetii meexxii+ biraa gara lafa onaa Yihudaa isa Aaraad+ irraa kallattii kibbaatiin argamuutti ni dhufan. Achi dhaqaniis sabicha gidduu jiraachuu jalqaban.+ Abbootii Murtii 4:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Akka tasaa taʼee, Hebeer Qeenichi Qeenota kaan irraa adda baʼee ture; Qeenonni+ sanyii Hobaab isa abbiyyuu Musee+ taʼee ti; dunkaanni Hebeeris muka guddaa Zaʼaanaaniim isa Qeedeshitti argamu bira dhaabamee ture.
16 Sanyiin Qeenicha+ isa abbiyyuu*+ Musee taʼe sanaa namoota Yihudaa wajjin magaalaa mukeetii meexxii+ biraa gara lafa onaa Yihudaa isa Aaraad+ irraa kallattii kibbaatiin argamuutti ni dhufan. Achi dhaqaniis sabicha gidduu jiraachuu jalqaban.+
11 Akka tasaa taʼee, Hebeer Qeenichi Qeenota kaan irraa adda baʼee ture; Qeenonni+ sanyii Hobaab isa abbiyyuu Musee+ taʼee ti; dunkaanni Hebeeris muka guddaa Zaʼaanaaniim isa Qeedeshitti argamu bira dhaabamee ture.