LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 10:29-32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Achiis Museen Hobaab ilma Rewuʼel*+ Miidiyaanicha isa abbiyyuu* isaa taʼeen akkana jedhe: “Nuti gara bakka Yihowaan, ‘Ani isiniif nan kenna’+ jedhetti qajeelaa jirra. Yihowaan Israaʼeliif wantoota gaggaarii gochuuf waadaa waan galeef,+ nuu wajjin kottu;+ nutis wanta gaarii siif ni goona.” 30 Inni garuu, “Ani isinii wajjin hin deemu. Gara biyya koo fi gara firoottan koottan deebiʼa” isaan jedhe. 31 Yeroo kanatti Museen akkana isaan jedhe: “Ati lafa onaa keessatti bakka buufachuu qabnu waan beektuuf, akkasumas karaa nutti argisiisuu* waan dandeessuuf, maaloo nu dhiistee hin deemin. 32 Ati yoo nuu wajjin dhufte,+ gaarummaa Yihowaan nutti argisiisu akkamii iyyuu dhugumaan sitti ni argisiisna.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi