Baʼuu 2:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Lubni Miidiyaan+ ijoollee durbaa torba qabu tokko jira ture; isaanis bishaan waraabanii bidiruu* horiin keessaa dhuganitti bishaan guutanii bushaayee* abbaa isaanii obaasuu dhufan. Baʼuu 2:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yommuu isaan gara manaa, jechuunis gara abbaa isaanii Rewuʼelitti*+ deebiʼanitti inni ajaaʼibsiifatee, “Harʼa akkamitti daftanii manatti deebitan?” jedhee isaan gaafate. Baʼuu 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Museen abbiyyuu* isaa Yetroo+ isa luba Miidiyaan taʼe sanaaf bushaayee tiksuu jalqabe. Bushaayee sana utuma kallattii dhihaa lafa onaa sanaatti oofaa jiruu, dhuma irratti gara gaara Waaqa dhugaa, jechuunis gara Horeeb+ dhufe. Baʼuu 18:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Luba Miidiyaan kan taʼe Yetroon inni abbiyyuu Musee+ taʼe, wanta Waaqayyo Musee fi saba isaa Israaʼeliif raawwate hundumaa, akkasumas Yihowaan akkamitti Israaʼeliin Gibxii keessaa akka baase ni dhagaʼe.+ Baʼuu 18:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yetroon abbiyyuun Musee, ilmaan Musee fi haadha manaa isaa wajjin gara Musee isa lafa onaa keessatti gaara Waaqa dhugaa+ bira buufatee jiru sanaa ni dhufe.
16 Lubni Miidiyaan+ ijoollee durbaa torba qabu tokko jira ture; isaanis bishaan waraabanii bidiruu* horiin keessaa dhuganitti bishaan guutanii bushaayee* abbaa isaanii obaasuu dhufan.
18 Yommuu isaan gara manaa, jechuunis gara abbaa isaanii Rewuʼelitti*+ deebiʼanitti inni ajaaʼibsiifatee, “Harʼa akkamitti daftanii manatti deebitan?” jedhee isaan gaafate.
3 Museen abbiyyuu* isaa Yetroo+ isa luba Miidiyaan taʼe sanaaf bushaayee tiksuu jalqabe. Bushaayee sana utuma kallattii dhihaa lafa onaa sanaatti oofaa jiruu, dhuma irratti gara gaara Waaqa dhugaa, jechuunis gara Horeeb+ dhufe.
18 Luba Miidiyaan kan taʼe Yetroon inni abbiyyuu Musee+ taʼe, wanta Waaqayyo Musee fi saba isaa Israaʼeliif raawwate hundumaa, akkasumas Yihowaan akkamitti Israaʼeliin Gibxii keessaa akka baase ni dhagaʼe.+
5 Yetroon abbiyyuun Musee, ilmaan Musee fi haadha manaa isaa wajjin gara Musee isa lafa onaa keessatti gaara Waaqa dhugaa+ bira buufatee jiru sanaa ni dhufe.