Baʼuu 2:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Lubni Miidiyaan+ ijoollee durbaa torba qabu tokko jira ture; isaanis bishaan waraabanii bidiruu* horiin keessaa dhuganitti bishaan guutanii bushaayee* abbaa isaanii obaasuu dhufan. Baʼuu 18:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Luba Miidiyaan kan taʼe Yetroon inni abbiyyuu Musee+ taʼe, wanta Waaqayyo Musee fi saba isaa Israaʼeliif raawwate hundumaa, akkasumas Yihowaan akkamitti Israaʼeliin Gibxii keessaa akka baase ni dhagaʼe.+
16 Lubni Miidiyaan+ ijoollee durbaa torba qabu tokko jira ture; isaanis bishaan waraabanii bidiruu* horiin keessaa dhuganitti bishaan guutanii bushaayee* abbaa isaanii obaasuu dhufan.
18 Luba Miidiyaan kan taʼe Yetroon inni abbiyyuu Musee+ taʼe, wanta Waaqayyo Musee fi saba isaa Israaʼeliif raawwate hundumaa, akkasumas Yihowaan akkamitti Israaʼeliin Gibxii keessaa akka baase ni dhagaʼe.+