LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 2:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis akkana isaaniin jette: “Yihowaan biyyattii akka isiniif kennuu+ fi sabichi akka isin sodaate+ ani beeka. Jiraattonni biyyattii hundis isiniin kan kaʼe abdii kutataniiru;+ 10 sababiin isaas, yeroo isin biyya Gibxii keessaa baatanitti Yihowaan akkamitti bishaan Galaana Diimaa isin duratti akka gogse,+ akkasumas wanta isin mootota Amoorotaa lamaan Sihoonii+ fi Oog+ warra Yordaanos gamatti* guutummaatti balleessitan sana irratti gootan dhageenyeerra.

  • Iyyaasuu 9:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Jiraattonni Gibeʼonis+ wanta Iyyaasuun Yerikoo+ fi Aay+ irratti raawwate ni dhagaʼan.

  • Iyyaasuu 9:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yeroo kanatti akkana isaan jedhan: “Nuti tajaajiltoonni kee kabaja maqaa Waaqa kee Yihowaatiif qabnuun kan kaʼe biyya fagoodhaa dhufne;+ sababiin isaas, nuti waaʼee beekamummaa isaa fi wanta inni biyya Gibxii keessatti raawwate hundumaa dhageenyeerra;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi