LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 2:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Lubni Miidiyaan+ ijoollee durbaa torba qabu tokko jira ture; isaanis bishaan waraabanii bidiruu* horiin keessaa dhuganitti bishaan guutanii bushaayee* abbaa isaanii obaasuu dhufan.

  • Baʼuu 2:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Sana booda Museen namichaa wajjin jiraachuuf walii gale; namichis intala isaa Sifooraa+ Museetti heerumsiise.

  • Baʼuu 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Museen abbiyyuu* isaa Yetroo+ isa luba Miidiyaan taʼe sanaaf bushaayee tiksuu jalqabe. Bushaayee sana utuma kallattii dhihaa lafa onaa sanaatti oofaa jiruu, dhuma irratti gara gaara Waaqa dhugaa, jechuunis gara Horeeb+ dhufe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi