LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 24:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yihowaanis Museedhaan, “Gaaricha irratti gara kootti ol baʼiitii achi turi. Gabateewwan dhagaa seerichaa fi ajaja isa qajeelfama akka isaaniif taʼuuf ani irratti barreessu sana siif nan kenna”+ jedhe. 13 Kanaafuu, Museen tajaajilaa isaa kan taʼe Iyyaasuu+ wajjin ni kaʼe; achiis gara gaara Waaqa dhugaatti ol baʼe.+

  • 1 Mootota 19:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kanaafuu, inni kaʼee ni nyaate, ni dhuges; humna nyaata sana irraa argateenis hamma Horeeb isa gaara Waaqa dhugaa+ taʼe gaʼutti guyyaa 40 fi halkan 40 ni deeme.

      9 Achittis holqa+ tokko keessa seenee achi keessa bule; yeroo kanatti dubbiin Yihowaa gara isaa dhufee, “Eeliyaas, asii maal hojjetta?” isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi