LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Museen abbiyyuu* isaa Yetroo+ isa luba Miidiyaan taʼe sanaaf bushaayee tiksuu jalqabe. Bushaayee sana utuma kallattii dhihaa lafa onaa sanaatti oofaa jiruu, dhuma irratti gara gaara Waaqa dhugaa, jechuunis gara Horeeb+ dhufe.

  • Baʼuu 19:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yihowaan ibidda keessaan achi irratti waan buʼeef, guutummaan Gaara Siinaa ni aare;+ aarri isaas akkuma aara iddoo ibiddaa* keessaa baʼuu ol ni baʼa ture; guutummaan gaarichaas akka malee sochoʼa ture.+

  • Miilkiyaas 4:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Seera tajaajilaa koo Musee, jechuunis dambiiwwanii fi heeraawwan ani Israaʼelonni hundi akka eeganiif Horeebitti ajaje sana yaadadhaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi