Ibroota 11:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Kana caalaa maal jechuun dandaʼa ree? Waaʼee Giidewon,+ waaʼee Baaraaq,+ waaʼee Saamson,+ waaʼee Yiftaa,+ waaʼee Daawit,+ akkasumas waaʼee Saamuʼelii+ fi waaʼee raajota kaanii dubbachuuf yeroon na hin gaʼu. Ibroota 11:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 addunyaan namoota akkasii qabaachuun isaaf hin malu ture. Isaan gammoojjii keessa, gaarota irra, akkasumas holqaa+ fi boolla keessa jooraniiru.
32 Kana caalaa maal jechuun dandaʼa ree? Waaʼee Giidewon,+ waaʼee Baaraaq,+ waaʼee Saamson,+ waaʼee Yiftaa,+ waaʼee Daawit,+ akkasumas waaʼee Saamuʼelii+ fi waaʼee raajota kaanii dubbachuuf yeroon na hin gaʼu.
38 addunyaan namoota akkasii qabaachuun isaaf hin malu ture. Isaan gammoojjii keessa, gaarota irra, akkasumas holqaa+ fi boolla keessa jooraniiru.