1 Mootota 18:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 yeroo Iizaabel+ raajota Yihowaa ajjeesaa turtetti Obaadiyaan raajota 100 fuudhee 50 holqa tokko keessa, 50 immoo holqa kan biraa keessa dhoksee nyaataa fi bishaan isaaniif kennaa ture.) 1 Mootota 19:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Achittis holqa+ tokko keessa seenee achi keessa bule; yeroo kanatti dubbiin Yihowaa gara isaa dhufee, “Eeliyaas, asii maal hojjetta?” isaan jedhe.
4 yeroo Iizaabel+ raajota Yihowaa ajjeesaa turtetti Obaadiyaan raajota 100 fuudhee 50 holqa tokko keessa, 50 immoo holqa kan biraa keessa dhoksee nyaataa fi bishaan isaaniif kennaa ture.)
9 Achittis holqa+ tokko keessa seenee achi keessa bule; yeroo kanatti dubbiin Yihowaa gara isaa dhufee, “Eeliyaas, asii maal hojjetta?” isaan jedhe.