-
1 Mootota 19:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Kanaafuu, inni kaʼee ni nyaate, ni dhuges; humna nyaata sana irraa argateenis hamma Horeeb isa gaara Waaqa dhugaa+ taʼe gaʼutti guyyaa 40 fi halkan 40 ni deeme.
9 Achittis holqa+ tokko keessa seenee achi keessa bule; yeroo kanatti dubbiin Yihowaa gara isaa dhufee, “Eeliyaas, asii maal hojjetta?” isaan jedhe.
-