LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 4:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaafuu, Museen gara abbiyyuu isaa Yetrootti+ deebiʼee, “Maaloo, amma iyyuu lubbuudhaan jiraachuu fi dhiisuu isaanii ilaaluuf, deebiʼee gara obboloota koo warra Gibxii keessa jiranii dhaquun barbaada” isaan jedhe. Yetroonis, “Nagaadhaan dhaqi” isaan jedhe.

  • Baʼuu 18:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Luba Miidiyaan kan taʼe Yetroon inni abbiyyuu Musee+ taʼe, wanta Waaqayyo Musee fi saba isaa Israaʼeliif raawwate hundumaa, akkasumas Yihowaan akkamitti Israaʼeliin Gibxii keessaa akka baase ni dhagaʼe.+

  • Lakkoofsa 10:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Achiis Museen Hobaab ilma Rewuʼel*+ Miidiyaanicha isa abbiyyuu* isaa taʼeen akkana jedhe: “Nuti gara bakka Yihowaan, ‘Ani isiniif nan kenna’+ jedhetti qajeelaa jirra. Yihowaan Israaʼeliif wantoota gaggaarii gochuuf waadaa waan galeef,+ nuu wajjin kottu;+ nutis wanta gaarii siif ni goona.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi