6 Achiis Saaʼol Qeenotaan,+ “Ani isaanii wajjin akkan isin hin balleessinetti,+ Amaaleqota gidduudhaa baʼaa deemaa. Sababiin isaas, isin yommuu isaan Gibxiidhaa baʼanitti saba Israaʼel hundumaatti jaalala amanamaa argisiistaniittu”+ jedhe. Kanaafuu, Qeenonni Amaaleqota gidduudhaa ni baʼan.