LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 18:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Wanti wal fakkaatu nama qajeelaa fi nama hamaa irra akka gaʼuuf, nama qajeelaa nama hamaa wajjin ajjeesuudhaan tarkaanfii akkanaa matumaa hin fudhattu!+ Kun wanta hin yaadamne dha.+ Abbaan murtii guutummaa lafaa wanta sirrii taʼe hin raawwatuu ree?”+

  • Uumama 19:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Achiis namoonni sun Looxiin akkana jedhan: “Asii fira kan biraa qabdaa? Soddoota kee, ijoollee dhiiraa kee, ijoollee durbaa kee fi namoota kee warra magaalattii keessa jiran hundumaa bakka kanaa baasi! 13 Sababiin isaas, nuti bakka kana balleessuuf jenna; iyyi isaaniin ilaalchisee dhihaatu dhugumaan Yihowaa duratti guddaa taʼuu isaatiin kan kaʼe,+ Yihowaan magaalaa kana akka balleessinu nu ergeera.”

  • Iyyaasuu 6:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Magaalattiinis taate wanti ishii keessa jiru hundi guutummaatti haa balleeffaman;+ guutummaan magaalattii kan Yihowaa ti. Rahaab+ ishiin sagaagaltuun namoota nuti ergine waan dhoksiteef,+ ishii fi warra ishii wajjin manicha keessa jiran hundumaa qofatu lubbuudhaan oola.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi