-
Baʼuu 17:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Dhuma irrattis Museen, “Saba kana maal gochuun qaba? Isaan yeroo xinnoo booda dhagaadhaan na tumu!” jedhee gara Yihowaatti iyye.
-
-
Keessa Deebii 1:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Ani kophaa koo baʼaa keessanii fi feʼumsa keessan, akkasumas lola keessan akkamittan baachuu dandaʼa?+
-