-
Baʼuu 18:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Abbiyyuun Musees akkana isaan jedhe: “Wanti ati gochaa jirtu kun gaarii miti. 18 Atis taate sabni sii wajjin jiru kun akka dadhabdan beekamaa dha; sababiin isaas kun siif baʼaa ulfaataa dha; kophaa kee baachuus hin dandeessu.
-
-
Lakkoofsa 11:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Achiis Museen Yihowaadhaan akkana jedhe: “Ati tajaajilaa kee kan miitu maaliifi? Si duratti fudhatama kanan dhabee fi baʼaa saba kana hundumaa ana irratti kan feete maaliifi?+
-