Baʼuu 17:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaafuu sabichi, “Bishaan dhugnu nuuf kenni” jedhanii Musee loluu jalqaban.+ Museen garuu, “Maaliif naan loltu? Maaliif Yihowaa qortu?”+ isaaniin jedhe.
2 Kanaafuu sabichi, “Bishaan dhugnu nuuf kenni” jedhanii Musee loluu jalqaban.+ Museen garuu, “Maaliif naan loltu? Maaliif Yihowaa qortu?”+ isaaniin jedhe.