-
Baʼuu 18:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Abbiyyuun Musees akkana isaan jedhe: “Wanti ati gochaa jirtu kun gaarii miti. 18 Atis taate sabni sii wajjin jiru kun akka dadhabdan beekamaa dha; sababiin isaas kun siif baʼaa ulfaataa dha; kophaa kee baachuus hin dandeessu.
-
-
Keessa Deebii 1:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “Anis yeroo sanatti akkana isiniin jedheen ture: ‘Ani kophaa koo isin baachuu hin dandaʼu.+
-